Overview
የመዉጫ ፈተና እየተሰጠ ነዉ
የካቲት 6/2016 ዓ.ም (ህ.ው.ግ.ዳ)
ለ2016 ዓ.ም አጋማሽ ዓመት የጤና እጩ ምሩቃን የመዉጨ ፈተና መሰጠት ጀመረ፡፡ ዪኒቨርሲቲያችን ለ1361 የመጀመርያ ዲግሪ የጤና ሳይንስ እጩ ምሩቃን እንደ ሀገር የሚሰጠዉን የመወጫ ፈተና የተሳካ ለማድረግ ሰፊ ቅድመ-ዝግጅት ሲያደርግ የቆየ ሲሆን ከእነዚህ እጩ ምሩቃን ውስጥ ደግሞ በዛሬዉ እለት 137 ወ. እና 159 ሴ. በድምሩ ለ 296 እጩ ምሩቃን የመዉጫ ፈተናዉ በተሳካ ሁኔታ መሰጠቱን ከአካደሚክ ፕሮግራም ዳይሬክቶሬት ያገኘነዉ መረጃ ያመለክታል፡፡ የመዉጫ ፈተናዉ እስከ 11/6/2016 ዓ.ም የሚቀጥል ይሆናል፡፡
Mattu University
Dedicated to serve the community!
Qormaanni Bahiinsaa Kennamuu Eegale
Gurraandhala 6/2016 (DQUA)
Kaadhimamtoota eebbifamtoota digrii tokkoffaa Saayinsii Fayyaa walakkeessa waggaa 2016tiif qormaanni bahiinsaa kennamuu eegaleera. Yuunivarsiitiin Mattuu kaadhimamtoota eebbifamtoota 1361’f qormaata bahiinsaa kennuuf qophii adda addaa gochaa akka turee fi guyyaa har’aa dhi. 137 fi dub. 159 Id. 296’f qormaatichi haala gaariin kennamuu odeeffannoon waajjira Daayreektoreetii Dhimma Barnootaa irraa arganne ni agarsiisa. Qormaanni bahiinsaa kunis hanga 11/6/2016tti akka itti fufu hubanneerra.
Mattu University
Dedicated to serve the community!
Event Video
No Event video URL provided.